Telegram Group & Telegram Channel
Guyyaa Dubartoota Idil-addunyaa baranaa sababeeffachuun sagantaa 'Women Tech makers Addis' qopheessan Waajjira Muummee Baankii keenya, Giddugala 'DxValley 2.0'tti keessummeessuu keenyatti gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Sagantichis, dubartoota ciccimoo teknoloojii fi kalaqaan beekaman kan hirmaachise yoo ta’u, Woorkishooppii AI, Marii paanaalii ho'aa fi Carraa waliin hojii milkeessuuf bu'aa guddaa akka qabu kan agarsiifamedha.

የዘንድሮውን ዓለም አቀፍ የሴቶች ቀን ምክንያት በማድረግ Women Techmakers Addis ያዘጋጀውን ፕሮግራም  በዋና መሥሪያ ቤታችን በDxValley 2.0 ማዕከል በማስተናገዳችን የላቀ ደስታ ይሰማናል። በዝግጅቱ ላይም በቴክኖሎጂ እና በፈጠራ ሥራዎች ዙሪያ የጎላ ሚና ያላችው ሴቶች የተሳተፉ ሲሆን፣ የ AI ዎርክሾፖችን፣ አሳታፊ የፓናል ውይይቶችን እና ጠቃሚ የግንኙነት እድሎችን የሚያበረታታ መሆኑን አሳይቷል።
#Coopbank #InternationalWomensDay2025 #WomenTechmakersAddis #DxValley2_0
#WomenInTech #CoopbankEmpowersWomen
#DigitalInclusion

tg-me.com/coopbankoromia/3196
Create:
Last Update:

BY Cooperative Bank of Oromia

Share with your friend now:
tg-me.com/coopbankoromia/3196

View MORE
Open in Telegram

Cooperative Bank of Oromia Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

The seemingly negative pandemic effects and resource/product shortages are encouraging and allowing organizations to innovate and change.The news of cash-rich organizations getting ready for the post-Covid growth economy is a sign of more than capital spending plans. Cash provides a cushion for risk-taking and a tool for growth.

Telegram has exploded as a hub for cybercriminals looking to buy, sell and share stolen data and hacking tools, new research shows, as the messaging app emerges as an alternative to the dark web.An investigation by cyber intelligence group Cyberint, together with the Financial Times, found a ballooning network of hackers sharing data leaks on the popular messaging platform, sometimes in channels with tens of thousands of subscribers, lured by its ease of use and light-touch moderation.Cooperative Bank of Oromia from sa

Telegram Cooperative Bank of Oromia
FROM USA